Leewwota 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “‘Ijoollee kee keessaa eenyu illee Moleekiif akka dhihaatu* hin godhin.+ Akkana gochuudhaan maqaa Waaqa keetii hin xureessin.+ Ani Yihowaa dha. Leewwota 19:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin maqaa kootiin sobaan kakattanii+ maqaa Waaqa keessanii hin xureessinaa. Ani Yihowaa dha.
21 “‘Ijoollee kee keessaa eenyu illee Moleekiif akka dhihaatu* hin godhin.+ Akkana gochuudhaan maqaa Waaqa keetii hin xureessin.+ Ani Yihowaa dha.