- 
	                        
            
            Yaaqoob 5:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Keessumaa immoo yaa obbolootaa, samiidhaan yookiin lafaan yookiin wanta kan biraa kamiin iyyuu kakachuu dhiisaa. Kanaa mannaa, akka isinitti hin murteeffamneef, “Eeyyeen” keessan eeyyee, “Lakkiin” keessan lakkii haa taʼu.+
 
 -