Lakkoofsa 30:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+ Keessa Deebii 23:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Waaqa kee Yihowaadhaaf wareega yoo wareegde,+ wareega sana raawwachuuf suuta hin jedhin.+ Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan wareega sana si irraa ni barbaada; kana gochuu baannaan garuu cubbuu sitti taʼa.+ Lallaba 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+
2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+
21 “Waaqa kee Yihowaadhaaf wareega yoo wareegde,+ wareega sana raawwachuuf suuta hin jedhin.+ Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan wareega sana si irraa ni barbaada; kana gochuu baannaan garuu cubbuu sitti taʼa.+
4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+