LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+

  • Lallaba 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Afaan kee akka cubbuu si* hojjechiisu hin godhin;+ maleekaa* durattis wareegni kee dogoggora akka ture hin dubbatin.+ Wanta dubbatteen kan kaʼe Waaqni dhugaan sitti dheekkamee hojii harka keetii+ akka balleessu maaliif goota?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi