Keessa Deebii 23:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Waaqa kee Yihowaadhaaf wareega yoo wareegde,+ wareega sana raawwachuuf suuta hin jedhin.+ Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan wareega sana si irraa ni barbaada; kana gochuu baannaan garuu cubbuu sitti taʼa.+ Faarfannaa 76:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Waaqa keessan Yihowaadhaaf wareega wareegaa, wareega keessanis raawwadhaa,+Warri naannoo isaatti argamtan hundi sodaadhaan kennaa keessan fidaa.+ Maatewos 5:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Kana malees, namoota bara duriitti jiraataniin, ‘Wareega Yihowaadhaaf* wareegde raawwadhu+ malee akkasumaan hin kakatin’+ akka jedhame dhageessaniittu.
21 “Waaqa kee Yihowaadhaaf wareega yoo wareegde,+ wareega sana raawwachuuf suuta hin jedhin.+ Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan wareega sana si irraa ni barbaada; kana gochuu baannaan garuu cubbuu sitti taʼa.+
11 Waaqa keessan Yihowaadhaaf wareega wareegaa, wareega keessanis raawwadhaa,+Warri naannoo isaatti argamtan hundi sodaadhaan kennaa keessan fidaa.+
33 “Kana malees, namoota bara duriitti jiraataniin, ‘Wareega Yihowaadhaaf* wareegde raawwadhu+ malee akkasumaan hin kakatin’+ akka jedhame dhageessaniittu.