Baʼuu 19:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+ Leewwota 20:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Dambiiwwan koo eegaa; isaaniinis raawwadhaa.+ Ani Yihowaa isa isin qulqulleessu dha.+ Leewwota 21:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Nyaata Waaqa keetiif dhihaatu kan dhiheessu isa waan taʼeef, isa qulqulleessi.+ Ani Yihowaan inni isin qulqulleessu qulqulluu waanan taʼeef,+ lubichi isiniif qulqulluu haa taʼu.
5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+
8 Nyaata Waaqa keetiif dhihaatu kan dhiheessu isa waan taʼeef, isa qulqulleessi.+ Ani Yihowaan inni isin qulqulleessu qulqulluu waanan taʼeef,+ lubichi isiniif qulqulluu haa taʼu.