LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 31:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Akkana jedhii Israaʼelotatti dubbadhu: ‘Ani Yihowaan isa isin qulqulleessu akkan taʼe akka beektaniif, guutummaa dhaloota keessanii keessatti mallattoo waan taʼeef, keessumaa sanbatawwan koo kabajaa.+

  • Leewwota 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Nyaata Waaqa keetiif dhihaatu kan dhiheessu isa waan taʼeef, isa qulqulleessi.+ Ani Yihowaan inni isin qulqulleessu qulqulluu waanan taʼeef,+ lubichi isiniif qulqulluu haa taʼu.

  • 1 Tasalonqee 5:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Waaqni nagaa ofuma isaatiin guutummaatti isin haa qulqulleessu. Yaa obbolootaa, guyyaa Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos argamutti+ hafuurri keessan, lubbuun* keessanii fi qaamni keessan karaa hundumaan fayyaa taʼee mudaa malee haa eegamu.

  • 2 Tasalonqee 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, isin obboloonni Yihowaa* biratti jaallatamtan, Waaqayyo jalqabumaa kaasee hafuura isaa fi amantii dhugaa irratti qabdaniin isin qulqulleessuudhaan+ fayyinaaf waan isin filateef,+ waaʼee keessaniif yeroo hunda Waaqayyoon galateeffachuuf dirqamna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi