- 
	                        
            
            Baʼuu 32:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
30 Museen guyyaa itti aanutti sabichaan, “Isin cubbuu baayʼee guddaa taʼe raawwattaniittu; kanaafuu, ani amma cubbuu keessaniif araara argamsiisuu akkan dandaʼu ilaaluuf gara Yihowaatti ol nan baʼa”+ jedhe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Lakkoofsa 15:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
25 Lubichis guutummaa yaaʼii Israaʼeliif araara ni argamsiisa; kun dogoggoraan waan raawwatameef, isaanis aarsaa ibiddaan dhihaatuu fi urgaan isaa Yihowaa gammachiisu waan dhiheessaniif, akkasumas dogoggora isaaniitiif aarsaa cubbuu isaanii Yihowaa duratti waan dhiheessaniif dhiifamni isaaniif ni godhama.+
 
 -