Baʼuu 16:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kanaafuu, sabichi guyyaa torbaffaatti Sanbata ni kabaje.*+ Baʼuu 20:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 guyyaan torbaffaan garuu Waaqa kee Yihowaadhaaf sanbata dha. Ati yookiin ilmi kee yookiin intalli tee yookiin garbichi kee yookiin garbittiin tee yookiin beeladni kee yookiin namni biyya ormaa gandeen* kee keessa jiraatu hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+ Hojii Ergamootaa 15:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Bara duriitii jalqabee Museen namoota magaalaa hunda keessatti dubbii isaa lallaban qaba ture; sababiin isaas, kitaabonni isaa namoonni akka dhaggeeffataniif yeroo hunda sanbata sanbata mana sagadaa keessatti ni dubbifamu.”+
10 guyyaan torbaffaan garuu Waaqa kee Yihowaadhaaf sanbata dha. Ati yookiin ilmi kee yookiin intalli tee yookiin garbichi kee yookiin garbittiin tee yookiin beeladni kee yookiin namni biyya ormaa gandeen* kee keessa jiraatu hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+
21 Bara duriitii jalqabee Museen namoota magaalaa hunda keessatti dubbii isaa lallaban qaba ture; sababiin isaas, kitaabonni isaa namoonni akka dhaggeeffataniif yeroo hunda sanbata sanbata mana sagadaa keessatti ni dubbifamu.”+