- 
	                        
            
            Keessa Deebii 5:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Guyyaa jaʼaaf hojii kee fi wantoota raawwattu hundumaa raawwadhu;+ 14 guyyaan torbaffaan garuu Waaqa kee Yihowaadhaaf sanbata dha.+ Garbichi kee fi garbittiin tees akkuma kee akka boqotaniif,+ ati yookiin ilmi kee yookiin intalli tee yookiin garbichi kee yookiin garbittiin tee yookiin qotiyyoon kee yookiin harreen kee yookiin beeladoonni kee kam iyyuu yookiin namni biyya ormaa magaalota* kee keessa jiraatu+ hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+
 
 -