- 
	                        
            
            Leewwota 7:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 “‘Seerri aarsaa gamtaa+ namni tokko Yihowaadhaaf dhiheessuu isa kana dha:
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Leewwota 7:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Aarsaa isaa daabboo bukaaʼaa bifa amartiitiin tolfamee fi aarsaa gamtaa isa aarsaa galataa godhee dhiheessuu wajjin ni dhiheessa.
 
 -