LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 8:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 kana malees yaanni, “Akka Seerichi ajajutti, daasiiwwan hojjechuuf gara naannoo gaarotaa dhaqaatii mukeetii ejersaa, mukeetii gaattiraa, mukeetii hadaasii* fi mukeetii meexxii irraa, akkasumas mukeetii kan biroo irraa dameewwan baala qaban fidaa” jedhanii guutummaa magaalota isaaniitti, akkasumas guutummaa Yerusaalemitti labsii akka labsanii+ fi beeksisa akka himan ibsu barreeffamee argatan.

  • Mulʼata 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kana booda nan arge, kunoo, tuutni uummataa guddaan eenyu iyyuu lakkaaʼuu hin dandeenyee fi saba hundumaa keessaa, gosa hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa fi qooqa hundumaa keessaa dhufan,+ uffata aʼadii uffatanii+ teessichaa fi Hoolicha dura dhaabbatanii turan; isaan damee muka meexxii harka isaaniitti qabatanii turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi