Keessa Deebii 31:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis ilmaan isaanii warri Seera kana hin beekne, bara biyya Yordaanosiin ceetee dhaalaan fudhattu sana keessa jiraattu hundumaatti kana ni dhagaʼu;+ Waaqa kee Yihowaa sodaachuus ni baratu.”+ Faarfannaa 78:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kunis dhaloonni dhufu,Ijoolleen gara fuulduraatti dhalatan, wantoota kana akka beekaniifi.+ Isaan immoo ijoollee isaaniitti ni himu.+
13 Achiis ilmaan isaanii warri Seera kana hin beekne, bara biyya Yordaanosiin ceetee dhaalaan fudhattu sana keessa jiraattu hundumaatti kana ni dhagaʼu;+ Waaqa kee Yihowaa sodaachuus ni baratu.”+
6 Kunis dhaloonni dhufu,Ijoolleen gara fuulduraatti dhalatan, wantoota kana akka beekaniifi.+ Isaan immoo ijoollee isaaniitti ni himu.+