LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 71:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa Waaqayyo, ati ijoollummaa kootii jalqabdee na barsiisteetta,+

      Anis hamma yoonaatti hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan labsuu koo itti fufeera.+

      18 Yaa Waaqayyo, yeroon dulloomuu fi yeroon harrii baasutti illee na hin dhiisin.+

      Waaʼee humna* keetii dhaloota itti aanutti,

      Waaʼee guddina keetiis warra gara fuulduraatti dhufan hundumaatti nan hima.+

  • Faarfannaa 102:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Namoonni gara fuulduraatti dhufan* Yaahiin akka jajataniif,

      Kun dhaloota dhufuuf barreeffameera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi