LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 13:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Guyyaa sanattis, ‘Kana kanan godhu, yommuu ani biyya Gibxiitii baʼetti wanta Yihowaan naaf godheen kan kaʼe dha’ jedhiitii ilma keetti himi.+

  • 1 Seenaa Baraa 29:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Daawit guutummaa gumichaa duratti Yihowaa ni jajate. Daawit akkana jedhe: “Waaqa Israaʼel abbaa keenyaa kan taate yaa Yihowaa, baraa hamma bara baraatti kan jajamte taʼi. 11 Wanti samii keessas taʼe lafa irra jiru hundi kan kee waan taʼeef,+ yaa Yihowaa, guddinni,+ jabinni,+ miidhaginni, simboonii fi ulfinni+ kan kee ti. Yaa Yihowaa, mootummaan kan kee ti.+ Ati hundumaa irratti mataa of gooteetta.

  • Faarfannaa 78:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Fakkeenyaan afaan koo nan banadha.

      Hibboo bara duriis nan dubbadha.+

       3 Waaʼee wanta dhageenyee fi wanta beeknuu,

      Isa abbootiin keenya nutti himan,+

       4 Ilmaan isaanii jalaa hin dhoksinu;

      Gochawwan Yihowaa warra jajamuu qabanii fi jabina isaa,+

      Wantoota dinqisiisoo inni raawwates,+

      Dhaloota dhufutti ni himna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi