Faarfannaa 98:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 98 Wantoota dinqisiisoo waan raawwateef,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+ Harki isaa inni mirgaa, irreen isaa inni qulqulluun fayyina argamsiiseera.*+
98 Wantoota dinqisiisoo waan raawwateef,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+ Harki isaa inni mirgaa, irreen isaa inni qulqulluun fayyina argamsiiseera.*+