Faarfannaa 37:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+ Faarfannaa 71:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Bara dulluma kootti na hin gatin;+Yommuu humni koo dhumu na hin dhiisin.+
25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+