LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis gara ilmaan Aaron warra luboota taʼanitti ni fida; lubichis daakuu bullaaʼaa hammaarraa* tokkoo fi zayitii, ixaana isaa isa adii hundumaas fuudhee guutummaa aarsichaa kan bakka buʼu gochuudhaan,+ jechuunis aarsaa ibiddaan dhihaatu isa urgaan isaa Yihowaa gammachiisu* godhee iddoo aarsaa irratti haa dhiheessu.

  • Leewwota 6:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Isaan keessaa inni tokko daakuu bullaaʼaa aarsaa midhaanii irraa hammaarraa tokko, zayitii muraasaa fi ixaana adii isa aarsaa midhaanii irra jiru sana hundumaa ni fuudha; achiis guutummaa aarsichaa kan bakka buʼu gochuudhaan aarsaa urgaan isaa gammachiisu* godhee iddoo aarsaa irratti Yihowaadhaaf akka aaru godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi