22 Yommuu dhimmi tokko kaʼu isaan sabichaaf murtii ni kennu; dhimmoota ulfaatoo taʼan hundumaa gara keetti ni fidu;+ dhimmoota xixinnoo taʼan hundumaa garuu isaantu murteessa. Isaan sii wajjin baʼaa sana akka hirmaatan gochuudhaan, baʼaan akka siif salphatu godhi.+