-
Leewwota 24:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Namichi haati isaa nama biyya Israaʼel taatee fi abbaan isaa nama biyya Gibxii taʼe tokko Israaʼelota gidduu jiraata ture;+ achiis innii fi namichi biyya Israaʼel tokko buufaticha keessatti wal lolan. 11 Ilmi dubartii nama biyya Israaʼel sanaa Maqicha* arrabsuu fi abaaruu jalqabe.+ Kanaafuu, gara Museetti isa fidan.+ Maqaan haadha isaa Shelomiit yeroo taʼu, ishiin intala Dibrii isa gosa Daan taʼe sanaa turte.
-