-
Leewwota 19:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “‘Murtii hin jalʼisinaa. Isa hiyyeessa taʼeef hin loogin; isa sooressa taʼes ija addaatiin hin ilaalin.+ Namaaf haqaan murtii kenni.
-
-
Roomaa 2:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sababiin isaas, Waaqayyo bira looguun hin jiru.+
-