Keessa Deebii 10:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan Waaqa waaqolii,+ Gooftaa gooftotaa, Waaqa guddaa, jabaa fi sodaatamaa taʼe dha; inni eenyuuf iyyuu hin loogu,+ mattaʼaas hin fudhatu. 2 Seenaa Baraa 19:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ammas Yihowaa sodaadhaa.+ Haqa jalʼisuun,+ looguunis+ taʼe mattaʼaa fudhachuun+ Waaqa keenya Yihowaa bira waan hin jirreef, wanta gootaniif of eeggadhaa.” Hojii Ergamootaa 10:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yeroo kanatti Pheexiros akkana jedhee dubbachuu jalqabe: “Waaqayyo akka hin loogne ani amma dhuguma hubadheera;+ 35 kanaa mannaa, saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.+
17 Sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan Waaqa waaqolii,+ Gooftaa gooftotaa, Waaqa guddaa, jabaa fi sodaatamaa taʼe dha; inni eenyuuf iyyuu hin loogu,+ mattaʼaas hin fudhatu.
7 Ammas Yihowaa sodaadhaa.+ Haqa jalʼisuun,+ looguunis+ taʼe mattaʼaa fudhachuun+ Waaqa keenya Yihowaa bira waan hin jirreef, wanta gootaniif of eeggadhaa.”
34 Yeroo kanatti Pheexiros akkana jedhee dubbachuu jalqabe: “Waaqayyo akka hin loogne ani amma dhuguma hubadheera;+ 35 kanaa mannaa, saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.+