Keessa Deebii 19:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ati* isaaf hin gaddin;+ bakka lubbuu lubbuun, bakka ijaa ijji, bakka ilkaanii ilkaan, bakka harkaa harki, bakka miilaa miilli haa kaffalamu.+ Maatewos 5:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 “‘Bakka ijaa ija, bakka ilkaanii ilkaan’+ akka jedhame dhageessaniittu.
21 Ati* isaaf hin gaddin;+ bakka lubbuu lubbuun, bakka ijaa ijji, bakka ilkaanii ilkaan, bakka harkaa harki, bakka miilaa miilli haa kaffalamu.+