LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 21:23-25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Namni duʼe jira taanaan garuu, bakka lubbuu lubbuu,+ 24 bakka ijaa ija, bakka ilkaanii ilkaan, bakka harkaa harka, bakka miilaa miila,+ 25 bakka gubuu gubuu, bakka madaa madaa, bakka rukuttaa rukuttaa kaffaluu qabda.

  • Leewwota 24:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Bakka cabaa caba, bakka ijaa ija, bakka ilkaanii ilkaan gochuudhaan miidhaan isa inni geessisee wajjin wal fakkaatu isa irrattis haa raawwatamu.+

  • Maatewos 5:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 “‘Bakka ijaa ija, bakka ilkaanii ilkaan’+ akka jedhame dhageessaniittu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi