LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Lammii biyyattiitiifis taʼe nama biyya ormaa isin gidduu jiraatuuf seeruma tokkotu hojii irra oola.”+

  • Leewwota 17:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “‘Mana Israaʼel keessaa yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni kam iyyuu dhiiga akkamii iyyuu yoo nyaate,+ ani dhugumaan fuula koo nama* dhiiga nyaatu sanatti nan gurraachessa; saba isaa gidduudhaas isa nan balleessa.*

  • Leewwota 19:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Namni biyya ormaa isinii wajjin jiraatu akkuma lammii biyyattii isiniif haa taʼu;+ isin akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; sababiin isaas, isin biyya Gibxii keessatti namoota biyya ormaa turtan.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.

  • Lakkoofsa 9:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Namni biyya ormaa isinii wajjin kan jiraatu yoo taʼe, innis Yihowaadhaaf aarsaa Faasikaa qopheessuu qaba.+ Akkaataa dambii fi sirna Faasikaadhaaf qophaaʼe hundumaatti isa haa qopheessu.+ Nama biyya ormaatiifis taʼe lammii biyyattiitiif dambiin tokko haa jiraatu.’”+

  • Lakkoofsa 15:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isiniifis taʼe nama biyya ormaa isinii wajjin jiraatuuf seerri tokkoo fi heerri tokko haa jiraatu.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi