-
Leewwota 7:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “‘Iddoowwan jireenyaa keessan keessaa isa kamitti iyyuu dhiiga simbirrootaas taʼe dhiiga horii kamii iyyuu hin nyaatinaa.+
-
-
1 Saamuʼel 14:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Kanaan kan kaʼes, “Kunoo, namoonni kun foon dhiiga isaa wajjin nyaachuudhaan Yihowaa irratti cubbuu hojjechaa jiru”+ jedhamee Saaʼolitti himame. Yeroo kanatti inni, “Isin hojii amantii akka hin qabne argisiisu hojjettaniittu. Dafaatii dhagaa guddaa tokko gangalchaa naa fidaa” isaaniin jedhe.
-