LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 17:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, lubbuun foonii dhiiga keessa jira;+ anis akka araara isiniif* argamsiisuuf iddoo aarsaa irratti isa isiniif kenneera;+ kunis kan taʼe, karaa lubbuu isa keessa jiruun araarri akka argamu kan godhu dhiiga sana waan taʼeefi.+

  • Leewwota 17:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sababiin isaas, lubbuun foon akkamii iyyuu dhiiga isaa ti; lubbuun achi keessa jira. Kanaan kan kaʼes ani Israaʼelotaan, “Lubbuun foon akkamii iyyuu dhiiga isaa waan taʼeef, dhiiga foon akkamii iyyuu nyaachuu hin qabdan. Namni isa nyaatu kam iyyuu ni balleeffama”*+ jedheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi