Leewwota 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “‘Iddoowwan jiraattan hundumaatti, kun guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa taʼe dha: Cooma kam iyyuu yookiin dhiiga kam iyyuu matumaa hin nyaatinaa.’”+ Leewwota 17:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba. Keessa Deebii 12:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Haa taʼu malee, dhiigni lubbuu waan taʼeef+ dhiiga akka hin nyaanne murtoo cimaa godhi;+ lubbuu foonichaa wajjin nyaachuu hin qabdu. Hojii Ergamootaa 15:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 kanaa mannaa, wantoota waaqolii tolfamoodhaan xuraaʼan irraa,+ halalummaa* irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa, akkasumas dhiiga irraa akka fagaatan+ isaaniif haa barreessinu. Hojii Ergamootaa 15:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ Wantoota kana irraa guutummaatti yoo fagaattan gaarii isiniif taʼa. Nagaa wajjin!”
17 “‘Iddoowwan jiraattan hundumaatti, kun guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa taʼe dha: Cooma kam iyyuu yookiin dhiiga kam iyyuu matumaa hin nyaatinaa.’”+
13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba.
23 Haa taʼu malee, dhiigni lubbuu waan taʼeef+ dhiiga akka hin nyaanne murtoo cimaa godhi;+ lubbuu foonichaa wajjin nyaachuu hin qabdu.
20 kanaa mannaa, wantoota waaqolii tolfamoodhaan xuraaʼan irraa,+ halalummaa* irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa, akkasumas dhiiga irraa akka fagaatan+ isaaniif haa barreessinu.
29 wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ Wantoota kana irraa guutummaatti yoo fagaattan gaarii isiniif taʼa. Nagaa wajjin!”