Leewwota 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “‘Iddoowwan jiraattan hundumaatti, kun guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa taʼe dha: Cooma kam iyyuu yookiin dhiiga kam iyyuu matumaa hin nyaatinaa.’”+ Keessa Deebii 12:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haa taʼu malee, matumaa dhiiga hin nyaatinaa;+ kanaa mannaa, akkuma bishaaniitti lafatti dhangalaasaa.+
17 “‘Iddoowwan jiraattan hundumaatti, kun guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa taʼe dha: Cooma kam iyyuu yookiin dhiiga kam iyyuu matumaa hin nyaatinaa.’”+
16 Haa taʼu malee, matumaa dhiiga hin nyaatinaa;+ kanaa mannaa, akkuma bishaaniitti lafatti dhangalaasaa.+