LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 9:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, foon lubbuun isaa, jechuunis dhiigni+ isaa keessa jiru hin nyaatinaa.+

  • Leewwota 17:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “‘Mana Israaʼel keessaa yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni kam iyyuu dhiiga akkamii iyyuu yoo nyaate,+ ani dhugumaan fuula koo nama* dhiiga nyaatu sanatti nan gurraachessa; saba isaa gidduudhaas isa nan balleessa.*

  • Leewwota 17:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba.

  • Keessa Deebii 12:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Haa taʼu malee, dhiigni lubbuu waan taʼeef+ dhiiga akka hin nyaanne murtoo cimaa godhi;+ lubbuu foonichaa wajjin nyaachuu hin qabdu.

  • Hojii Ergamootaa 15:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 kanaa mannaa, wantoota waaqolii tolfamoodhaan xuraaʼan irraa,+ halalummaa* irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa, akkasumas dhiiga irraa akka fagaatan+ isaaniif haa barreessinu.

  • Hojii Ergamootaa 15:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ Wantoota kana irraa guutummaatti yoo fagaattan gaarii isiniif taʼa. Nagaa wajjin!”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi