-
Uumama 35:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis Yaaqoob maatii isaa fi namoota isaa wajjin jiran hundumaatiin akkana jedhe: “Waaqolii ormaa isin gidduutti argaman of biraa fageessaa;+ of qulqulleessaa; uffata keessanis jijjiirradhaa;
-
-
1 Qorontos 10:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamoo, waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa baqadhaa.+
-