LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 26:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yisihaaq biyya sana keessatti sanyii facaasuu jalqabe; Yihowaan isa eebbisaa waan tureefis, waggaa sanatti wanta facaase irraa dachaa 100 galfate.+

  • Keessa Deebii 28:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yihowaan gootaraawwan kee fi wanta hojjettu hundumaa siif ni eebbisa;+ inni biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti dhugumaan si eebbisa.

  • Miilkiyaas 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Mana koo keessa nyaanni akka jiraatuuf,+ kurnoo sana guutummaatti gara mana kuusaatti fidaa;+ ani foddaawwan samii banee hamma iddoo kaaʼattan dhabdanitti eebba kanan isin irratti roobsu* taʼuu fi dhiisuu+ isaa ilaaluuf mee gama kanaan na qoraa”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi