LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 31:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti Hisqiyaas mana Yihowaa keessatti kutaawwan mana kuusaa*+ akka qopheessan isaanitti hime; isaanis ni qopheessan.

  • Nahimiyaa 12:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Guyyaa sanatti namoonni manneen kuusaa+ buusiiwwan,+ firiiwwan jalqabaa+ fi kurnoon+ itti walitti qabamu irratti ni muudaman. Isaanis akka Seerichi ajajutti+ gaʼee lubootaa fi Leewwotaaf+ ramadame maasiiwwan magaalota sanaa keessaa walitti qabanii achi keessa kaaʼuu qabu turan; sababiin isaas, lubootaa fi Leewwota warra tajaajilaniin kan kaʼe Yihudaa keessatti gammachuu guddaatu ture.

  • Nahimiyaa 13:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kana malees Leewwonni+ gaʼeen isaanii waan isaaniif hin kennamneef,+ Leewwonnii fi faarfattoonni warri hojicha hojjetan tokkoon tokkoon isaanii gara maasii maasii isaaniitti deemuu isaanii nan hubadhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi