LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 10:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 “Yommuu Leewwonni kudhan keessaa tokko fudhatan, lubichi ilmi Aaron Leewwotaa wajjin taʼuu qaba; Leewwonni immoo kudhan keessaa tokko isa argatan keessaa, kudhan keessaa tokko gara mana Waaqa keenyaatti,+ gara kutaawwan mana kuusaatti* geessuu qabu.

  • Nahimiyaa 13:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Guutummaan Yihudaas midhaan, daadhii wayinii haaraa fi zayitii keessaa kurnoo+ gara kutaawwan mana kuusaatti+ ni fide. 13 Achiis ani Shelemiyaa lubicha, Saadoq isa garagalchituu* taʼee fi Pedaayaa isa Leewwota keessaa tokko taʼe itti gaafatamtoota kutaawwan mana kuusaa akka taʼan nan godhe; Haanaan ilmi Zaakur, ilmi Maataaniyaa immoo isaan gargaara ture; sababiin isaas, namoonni kun amanamoo turan. Gaʼee obboloota isaanii isaaniif hiruun itti gaafatamummaa isaanii ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi