Leewwota 27:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 “‘Oomisha maasii irraa argamu keessaas taʼe firii mukeetii irraa argamu keessaa, wanti lafattii irraa argamu harka kudhan keessaa harki tokko*+ kan Yihowaa ti. Kun Yihowaadhaaf qulqulluu dha. Lakkoofsa 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Ani Israaʼel keessatti tajaajila isaan raawwataniif, jechuunis tajaajila dunkaana qulqulluu keessatti raawwataniif harka kudhan keessaa harka tokko dhaalaan ilmaan Leewwiitiif akkan kenne+ hubadhu.
30 “‘Oomisha maasii irraa argamu keessaas taʼe firii mukeetii irraa argamu keessaa, wanti lafattii irraa argamu harka kudhan keessaa harki tokko*+ kan Yihowaa ti. Kun Yihowaadhaaf qulqulluu dha.
21 “Ani Israaʼel keessatti tajaajila isaan raawwataniif, jechuunis tajaajila dunkaana qulqulluu keessatti raawwataniif harka kudhan keessaa harka tokko dhaalaan ilmaan Leewwiitiif akkan kenne+ hubadhu.