-
Luqaas 11:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Fariisota nana, isiniif wayyoo! Sababiin isaas kefoo, cilaaddamaa fi biqiltuu* akaakuu hundumaa keessaa kurnoo ni kennitu;+ garuu haqaa fi jaalala Waaqayyoo akka laayyootti ilaaltu. Wantoota kana kennuuf dirqamni kan isin irra jiru taʼus, wantoota kaanis akka laayyootti ilaaluu hin qabdan turtan.+
-