LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “Barsiisota seeraa fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Sababiin isaas, kefoo, inchilaalaa fi kamuunii keessaa kurnoo ni kennitu;+ garuu wantoota Seericha keessatti caalaatti barbaachisoo taʼan, jechuunis haqa,+ gara laafinaa+ fi amanamummaa akka laayyootti ilaaltu. Wantoota kana gochuun barbaachisaa taʼus, wantoota kaan akka laayyootti ilaaluu hin qabdan turtan.+ 24 Geggeessitoota jaamota+ nana, isin bookee+ calaltanii baastu, gaala+ garuu ni liqimsitu!

  • Yohaannis 7:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Wanta alaan mulʼatu ilaaltanii murteessuu dhiisaa; kanaa mannaa, murtii qajeelaa murteessaa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi