Miikiyaas 6:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera. Yihowaan maal si irraa* barbaada? Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+ Yohaannis 7:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Wanta alaan mulʼatu ilaaltanii murteessuu dhiisaa; kanaa mannaa, murtii qajeelaa murteessaa.”+
8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera. Yihowaan maal si irraa* barbaada? Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+