LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 18:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Ani Israaʼel keessatti tajaajila isaan raawwataniif, jechuunis tajaajila dunkaana qulqulluu keessatti raawwataniif harka kudhan keessaa harka tokko dhaalaan ilmaan Leewwiitiif akkan kenne+ hubadhu.

  • Lakkoofsa 18:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “Akkana jedhii Leewwotatti himi: ‘Kurnoo isa dhaala keessan akka taʼuuf isaan irraa fudhadhee isiniif kenne Israaʼelota irraa ni fudhattu;+ isin immoo isa keessaa kurnoo isaa Yihowaadhaaf buusii gootanii ni kennitu.+

  • Keessa Deebii 14:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 “Yeroo hundumaa dhuma waggaa sadaffaatti oomisha waggaa sanaa hundumaa keessaa harka kudhan keessaa harka tokko fidiitii magaalota kee keessatti walitti qabi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi