12 “Waggaa sadaffaatti, yommuu kurnoo oomisha keetii walitti qabattee xumurtutti,+ kurnoo kana Leewwichaaf, nama biyya ormaatiif, mucaa abbaa hin qabneef, akkasumas dubartii abbaan manaa irraa duʼeef ni kennita; isaanis magaalota kee keessatti hamma quufanitti nyaatu.+