-
Keessa Deebii 14:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 “Yeroo hundumaa dhuma waggaa sadaffaatti oomisha waggaa sanaa hundumaa keessaa harka kudhan keessaa harka tokko fidiitii magaalota kee keessatti walitti qabi.+ 29 Waaqni kee Yihowaan wanta gootu hundumaa irratti akka si eebbisuuf,+ Leewwonni warri sii wajjin gaʼee n yookiin dhaalli isaaniif hin kennamne, namni biyya ormaa, daaʼimni abbaa hin qabnee* fi dubartiin abbaan manaa irraa duʼe warri magaalota kee keessa jiran dhufanii hamma quufanitti ni nyaatu.+
-
-
Fakkeenya 14:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Namni ollaa isaa tuffatu cubbuu hojjeta,
Namni nama rakkataatti gara laafina argisiisu hundi garuu gammadaa dha.+
-