- 
	                        
            
            Faarfannaa 41:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
41 Namni rakkataadhaaf yaadu gammadaa dha;+
Yihowaan guyyaa rakkinaatti isa ni oolcha.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Luqaas 6:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
35 Kanaa mannaa, diinota keessan jaallachuu, wanta gaarii gochuu fi deebisnee arganna jettanii utuu hin abdatin liqeessuu keessan itti fufaa;+ kana yoo gootan badhaasni keessan guddaa taʼa, ilmaan Isa Hundaa Oliis ni taatu; sababiin isaas, inni warra hin galateeffannee fi hamootaaf illee gaarii dha.+
 
 -