Fakkeenya 11:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Namni tokko arjummaadhaan ni kenna,* dhuma irrattis wanta dabalataa ni argata,+Namni kan biraan immoo wanta kennamuu qabu ni dhowwata, garuu ni hiyyooma.+ Maatewos 5:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Warri gara laafeyyii taʼan+ gammadoo dha; isaan gara laafina ni argatu. Ibroota 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, Waaqayyo jalʼaa miti; inni hojii keessan, akkasumas qulqulloota tajaajiluu fi tajaajiluu keessan itti fufuudhaan jaalala maqaa isaatiif argisiistan+ hin irraanfatu.
24 Namni tokko arjummaadhaan ni kenna,* dhuma irrattis wanta dabalataa ni argata,+Namni kan biraan immoo wanta kennamuu qabu ni dhowwata, garuu ni hiyyooma.+
10 Sababiin isaas, Waaqayyo jalʼaa miti; inni hojii keessan, akkasumas qulqulloota tajaajiluu fi tajaajiluu keessan itti fufuudhaan jaalala maqaa isaatiif argisiistan+ hin irraanfatu.