-
Maatewos 6:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Namoota cubbuu isin irratti hojjetaniif dhiifama yoo gootan, Abbaan keessan inni samiis dhiifama isiniif godha;+
-
-
Maatewos 18:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Maarree akkuma ani garaa siif laafe, atis nama akkuma kee garbicha taʼe kanaaf garaa laafuu hin qabdu turtee?’+
-