Isaayyaas 55:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+ Maatewos 6:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 akkuma nuti warra balleessaa nu irratti raawwataniif* dhiisne,+ balleessaa* keenya nuu dhiisi. Maatewos 7:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Kanaafuu, wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan hundumaa isinis isaaniif godhaa.+ Wanti Seerichii fi Raajonni jedhanis kanuma.+ Yaaqoob 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sababiin isaas, namni gara laafina hin argisiisne gara laafina malee isatti murteeffama.+ Gara laafinni murtii irratti injifannoo ni argata.
7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
12 “Kanaafuu, wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan hundumaa isinis isaaniif godhaa.+ Wanti Seerichii fi Raajonni jedhanis kanuma.+
13 Sababiin isaas, namni gara laafina hin argisiisne gara laafina malee isatti murteeffama.+ Gara laafinni murtii irratti injifannoo ni argata.