LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namni iyya isa rakkataa dhagaʼuu didee gurra isaa qabatu kam iyyuu

      Innis ni iyya, garuu deebii hin argatu.+

  • Maatewos 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Warri gara laafeyyii taʼan+ gammadoo dha; isaan gara laafina ni argatu.

  • Maatewos 6:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 namoota cubbuu isin irratti hojjetaniif dhiifama hin gootan taanaan garuu, Abbaan keessanis cubbuu keessan isiniif hin dhiisu.+

  • Luqaas 6:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Akkuma Abbaan keessan gara laafessa taʼe, gara laafeyyii taʼuu keessan itti fufaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi