Maatewos 18:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Isinis, tokkoon tokkoon keessan obboleessa keessaniif garaadhaa dhiifama+ hin gootan taanaan, Abbaan koo inni samii akkanuma+ isin irratti godha.” Yaaqoob 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sababiin isaas, namni gara laafina hin argisiisne gara laafina malee isatti murteeffama.+ Gara laafinni murtii irratti injifannoo ni argata.
35 Isinis, tokkoon tokkoon keessan obboleessa keessaniif garaadhaa dhiifama+ hin gootan taanaan, Abbaan koo inni samii akkanuma+ isin irratti godha.”
13 Sababiin isaas, namni gara laafina hin argisiisne gara laafina malee isatti murteeffama.+ Gara laafinni murtii irratti injifannoo ni argata.