LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Akkuma Abbaan keessan inni samii mudaa kan hin qabne* taʼe, isinis mudaa kan hin qabne taʼaa.+

  • Efesoon 5:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, ijoollee jaallatamoo waan taataniif, Waaqayyoon kan fakkaattan taʼaa;+ 2 akkuma Kiristoos nu* jaallachuudhaan+ nuuf* jedhee Waaqayyoof kennaa fi aarsaa urgaa gaarii qabu+ godhee of dhiheesse, jaalalaan deddeebiʼuu keessan itti fufaa.+

  • Yaaqoob 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, namni gara laafina hin argisiisne gara laafina malee isatti murteeffama.+ Gara laafinni murtii irratti injifannoo ni argata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi