LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 15:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 ‘Waggaan torbaffaan, waggaan liqiin itti dhiifamu dhihaateera’ jettee yaada hamaa kana garaa keetti qabachuudhaan,+ obboleessa kee isa hiyyeessa taʼeef arjummaa argisiisuu fi waa isaaf kennuu irraa duubatti akka hin jenne of eeggadhu. Inni sitti mufatee gara Yihowaatti yoo iyyate cubbuu sitti taʼa.+

  • Fakkeenya 28:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Namni hiyyeessaaf kennu kam iyyuu homtuu itti hin hirʼatu,+

      Namni isa ilaaluu didee ija isaa dunuunfatu garuu abaarsa hedduutu irra gaʼa.

  • Yaaqoob 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi