Keessa Deebii 15:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Waaqni kee Yihowaan hojii kee fi wanta raawwattu hundumaatti kan si eebbisu sababa kanaan waan taʼeef,+ ati arjummaadhaan isaaf kenni+ malee, garaa duuba isaaf hin kennin. Fakkeenya 19:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+ Lallaba 11:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Daabboo kee bishaan irratti darbadhu;*+ guyyoota hedduu booda deebitee isa ni argatta.+ 2 Badiisa lafa irratti dhufu waan hin beekneef, wanta qabdu torbaaf yookiin saddeetiif hirii kenni.+
10 Waaqni kee Yihowaan hojii kee fi wanta raawwattu hundumaatti kan si eebbisu sababa kanaan waan taʼeef,+ ati arjummaadhaan isaaf kenni+ malee, garaa duuba isaaf hin kennin.
17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+
11 Daabboo kee bishaan irratti darbadhu;*+ guyyoota hedduu booda deebitee isa ni argatta.+ 2 Badiisa lafa irratti dhufu waan hin beekneef, wanta qabdu torbaaf yookiin saddeetiif hirii kenni.+